LibreOffice 7.1 Help
Tarreewwan lakkaawwame tarree lakkaawwame qeenxee walitti aanan keessaati makuu ni dandeessa.
Keeyyata tarreewwan keessaa jiran hunda fili.
Kabala
irraati, sajoo si'a lama cuqaasi.Ctrl gadi qabachuun fillannoo keeyyata lakkaawwame tokkoffaa keessati harkisi. Arfii tokko qofa filutu siraa eegama.
Ctrl gadi qabachuu itti fufuun, fi tokkon tokkoo filannoo keeyyata lakkaawame keessaa tarree makuuf babaadu harkisi.
Kabala
irraati, sajoo si'a lama cuqaasi.